Ityoophiyaanonni 286 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanonni 286 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an.
Sawuud Arabiyaatti rakkinarra kan turan lammiileen Ityoophiyaa 286 gara biyya isaanitti deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Bakka Bu’aan Daayreektoreetii Waliigalaa Dhimmoota Qonsilaa Ministeera Dhimma Alaa buufata xioyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun lammiilee deebi’aniif simannaa taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment