Ityoophiyaanonni 250 Kuwetii gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 250 Kuwetii gara biyyaa deebi’an.

Hoggansi Ministeera Dhimma Alaa fi Ministeera Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa FDRIBuufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuudhan simannaa taasisaniifiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Comments (0)
Add Comment