Ityoophiyaanonni 104 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 104 Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’an.

Namoonni deebi’an kanneen faddaaltotaa fi daddabarsitootaan dabarfamaa kan turanidha.

Ityoophiyaanonni 104 guyyaa har’aa Taanzaaniyaadhaa gara biyyaa deebi’aniiru.

Warreen deebi’an bulchiinsa Iraangaa jedhamutti mana sirreessaa keessa turuu isaanii Taanzaaniyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa beeksiseera.

Comments (0)
Add Comment