Finfinnee, Sadaasa 14,2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 289 Saawud Arabiyaarra har’a gara biyya deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa 230 dubartoota, 54 guddattoota yoo ta’an 5 daa’imman umrii waggaa 5 gadii ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa arganne ni muul’dhisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa