Ityoophiyaan Yuuniiskootti  miseensa koree hambaalee aadaa kiliyyaa taate

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Yuuniiskootti  miseensa koree hambaalee aadaa kiliyyaa ta’uun filatamte.

Yaa’ii waliigalaa 9ffaa Konveenshinii eegumsa hambaalee kiliyyaa Yuuniiskoo Adoolessa 5-7,2022 gaggeeffameen Ityoophiyaan miseensa koree hambaalee aadaa kiliyyaa ta’uun filatamuu ibsaniiru.

Ityoophiyaan korichaan biyyoota Afrikaa bakka bu’an keessaa tokko ta’uun filatamuu ragaan Faransaayitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment