Ityoophiyaan tasgabbooftee gara guddina diinagdee ishee duraaniitti ni deebiti – Huu Peeng.

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan tasgabbooftee gara guddina diinagdee ishee duraaniitti ni deebiti jedhan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti Daayreektarrj olaanaan Dhimmoota Afrikaa Huu Peeng.

Daayreektarichi ergaa gama Tiwiitera isaaniin dabarsaniin, Ityoophiyaan tattaaffii uummatasheen gara guddina diinagdee fi tasgabbii ishee duraaniitti ni deebiti jedheen abdadha jechuun ibsan.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment