Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan talaallii koroonaa ‘Joonsan enda Joonsan’ jedhamu kuma 108 fudhachuu Komishiniin Diinagdee Afrikaa beeksiiseera.
Ministirri Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun talaallicha fuudhaniiru.
Talaallichi adeemsa talaallii koroonaa Ityoophiyaan eegalte caalmaatti kan cimsu ta’uu Dooktar Liyaan dubbachuu isaanii ragaan Komishiniin Diinagdee Afrikaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.