Ityoophiyaan qormaata amma ishee muudate Injifannoon ni ceeti- Dooktar Abiy

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan qormaata amma ishee muudate Injifannoon ni ceeti jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ityoophiyaa injifannoodhaan akka ceetuuf, hundi keenya ashaaraa magariisaa keenya kaa’uudhaan Ityoophiyaa yaa uwwifnu jechuun dhaamaniiru.
Ityoophiyaa baraaruuf yaa duullu,Ityoophiyaa uwwisuuf biqiltuu yaa dhaabnu jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment