Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyaan Paarkiiwwan Indaastirii 13 lammilee hedduuf carraa hojii uuman ijaaruun hojiitti galchuu ibsaniiru.
Har’a Pireezidaantii Baankii Addunyaa Ajaay Baangaa waliin paarkii indaastirii oomisharra jiru daawwachuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Ityoophiyaan humna guddaa kan qabdu qofa utuu hin taane, abbootii qabeenya isaanii biyyattiitti hojiirra oolchuu fedhaniif haala mijataa uumaa jirti jechuun dubbataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.