Ityoophiyaan naannawaa misooma Qonnaaf mijataa ta’aniin badhaatuudha – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Sadaasa 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan naannawaa misooma Qonnaaf mijataa ta’aniin badhaatuu waan taateef kuduraalee fi muduraalee kamiiyyuu oomishuu ni dandeenya jedhan Muummeen Minustiraa FDRI Abiy Ahimad.

Oomishaa fi oomishutummaa kuduraalee guddisuu fi akaakuuwwan haaraa oomishuun kan danda’amu ta’uu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Ityoophiyaan naannawaa misooma Qonnaaf mijataa ta’aniin badhaatuu waan taateef kuduraalee fi muduraalee kamiiyyuu oomishuu ni dandeenya jechuun ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment