Ityoophiyaan miseensa Boordii Raawwachiiftuu sagantaa nyaata Addunyaa ta’uun filatamte

Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Waajjirri dhaabbii Ityoophiyaa filannoo hordofee ergaa dabarseen dhaabbanni deeggarsa namoomaa guddaan Addunyaa Ityoophiyaa miseensa Boordii Raawwachiiftuu sagantaa nyaata Addunyaa taasiisuun filachuu ibsaniiru.

Ityoophiyaan biyyoota guutuu addunyaa haala rakkisaa keessa jiraniif hojii fooyya’aa hojjechuun dirqama ishee akka baatu ibsamuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment