Finfinnee, Guraandhala 10, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Kirkira lafaa Turkitti mudateen lubbuuf darbeef gadda itti dhaga’ame Pireezidaantii biyyattii Reesip Xaayip Eerdohaaniif ibsaniiru.
Ityoophiyaan michuuwwan ishee rakkatan gargaaruuf yeroo kamiiyyuu murannoo qabaachuu ibsaniiru.
Hanga humni ishee danda’e meeshaalee fi lubbuu baraartoota Turkiif erguu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.