Ityoophiyaan meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatte

Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) –Fiigicha xumuraa meetira kuma 10 Shaampiyoonaa Addunyaa 19ffaa dhiiroota gidduutti dorgomameen Ityoophiyaan Meedaaliyaa Nahaasii dabalataa argatteerte.

Atleet Salamoon Baraggaan fageenyichaan sadarkaa 3ffaa ba’uun Ityoophiyaaf meedaaliyaa Nahaasaa argamsiiseera.

Atleetiin Ugaandaa Jooshawaa Cheepiteegeen 1ffaa ba’uun meedaaliyaa Warqee, Atleetiin Keeniyaa Daani’eel Ebenyoon 2ffaa ba’uun meedaaliyaa Meetii biyya isaaniif argamisiisaniiru.

Comments (0)
Add Comment