Ityoophiyaan kan ijaarramtu giddu gala beekkumsaa keessatti – MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan kan ijaarramtu giddu gala beekkumsaa keessatti ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.

Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad eebbifamuu mana Kitaabaa Abrihoot hordofee ibsa laataniiru.

Abrihoot beekkumsaa fi dhugaa bu’uura godhachuun adeemsa waanjoo doofummaa keessaa itti baanu ta’uu eeraniiru.

Ummanni mana kitaabichaa kunuunsuun, akka hin banne eegee, wayita miidhame suphaa, yoo hir’ate guutaa dhalootaaf dabarsuu akka qaban dhaamaniiru.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment