Ityoophiyaan dhimma daangaa irratti Sudaan waliin waliigaluuf dursa humni Sudaan lafa qabate yoo gadi lakkise – Ambaasaaddar Diinaa Muftii

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – Ityoophiyaan dhimma daangaa irratti Sudaan waliin waliigaluuf dursa humni Sudaan lafa qabate yoo gadi lakkise ta’uu Ministeerri Dhimmaa Alaa beeksise.
Dubbi Himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa Muftii dhimmoota waqtawaa irratti ibsa laataniiru.
Ibsa isaaniin, faayidaa biyyaalessaa waliin walqabatee ijaarsa nageenyaa, misoomaa fi demokiraasii irratti kan xiyyeeffatedha.
Ityoophiyaan dhimma daangaa irratti Sudaan waliin waliigaluuf dursa humni Sudaan lafa qabate yoo gadi lakkise ta’uu himaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment