Ityoophiyaan dandeettii misooma waaraa mirkaneessuu danda’u qabdi – Waajjira Muummee Ministiraa

Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan dandeettii misooma waaraa mirkaneessuu danda’u kan qabdu ta’uu Waajjirri Muummee Ministiraa ibseera.

Gamtaa, Misooma fi tokkummaa maallaqa taasiisuu yoo dandeenye Ityoophiyaan Oomishuu ni dandeessi jechuun ibseera.

Bishaan gahaa, Humna oomishuu fi Lafa misoomuu danda’u qabna.
Aanniisaa Oomisha deeggaruu danda’u, dhiyeessii Faayinaansii fooyya’aa fi haalli oomishaaf mijataa ta’an Ityoophiyaa keessa jiraachuu eereera.

Hojiileen damee Albuudaa fi Qonnaan eegalaman Indaastiriif galtee olaanaa ta’uu danda’u, fedhii guddachuu olaanaa waan qabnuuuf misooma mirkaneessuu dandeenya jechuun ibseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment