Finfinnee, Bitootessa 20, 2013 (FBC)- Ityoophiyaan boruu Chaayinaan kan qophaa’ee talaallii vaayrasii koroonaa Sinoofaarm kuma 300 akka fudhattu ibsame.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan akka ibsanitti deeggarsa mootummaa Chaayinaan taasifamee Ityoophiyaan boruu ni fudhatti jedhaniiru.
Maddi:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.