Ityoophiyaan biyyoota ga’umsa investimantii Afrikaa 10 keessaa tokko ta’uun filatamte

Finfinnee, Amajjii 30, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan biyyoota ga’umsa inveestimantii 2022 Afrikaa 10 keessaa tokko ta’uun filatamteetti.
Dandeetti investimantii cimaa fi filannoowwan qabanii fi bara qabameetti inveesti gochuuf biyyoota Afrikaa filatamaan keessaa Ityoophiyaan tokkoo ta’uun ragooleen ni muul’dhisu.

Ityoophiyaa dabalate Naayijeeriyaa, Gibtsi, Afrikaa Kibbaa, Aljeeriyaa, Morokoo, Keeniyaa, Gaanaa, Angoolaa fi Ayveer Koost, biyyoota ga’umsaa investimantii ta’uun filatamaniiru.

 

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment