Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Konfirensii Geejjibaa 2ffaa Idil addunyaa Beejingitti gaggeeffamaa jirurratti haasawa taasiisaniin Ityoophiyaan baajata waggaa keessaa % 11 bu’uuraalee daandii fi suphaaf ramaduu ibsaniiru.
Diinagdee Ityoophiyaa Qonnarratti hundaa’eef Misoomni daandii bu’uura ta’uu isaan biyyattiin baajata waggaa keessaa % 11 ramaduufii ibsaniiru.
Konfirensichi biyyoota akka Ityoophiyaa Buufata galaanaa hinqabneef xiyyeeffannoo akka laatu abdii qaban ibsuu isaanii ragaan Waajjira Preezdaantii FDRI irraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.