Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Ityoophiyaafi Raashiyaan hariiroo gamlamee isaanii guddisuuf waliigalan.
Walga’iin Komishinii Waloo Ministirootaa biyyoota lameenii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Sagantaa cufiinsa walga’ichaarratti argamuun haasawaa kan taasisan Ministirri Ministeera Innooveeshiniifi Teekinooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan, walga’ichi hariiroo biyyoota lameenii haala sadakaa olaanaatti guddisuu danda’uun gaggeeffamuu eeraniiru.
Yeroo ittaanutti walga’ichi bara warra faranjootaa 2024tti Raashiyaatti akka gaggeeffamuuf waliigalaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.