Finfinnee, Guraandhala 30, 2015(FBC)- Miseensonni Garee Jijjiirama Qabeenya Qilleensaafi Innisheetiivii Misooma Bosonaa Noorweey hoggantoota olaanoo Ministeera Pilaaniifi Misoomaa waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin hariiroo gam-lamee biyyoota lameenii haala guddisuun danda’amurratti mari’achuu ibsameera.
Keessumaa Ityoophiyaafi Noorweey hojiilee jijjiirama qabeenya qilleensaarratti hojjetan cimsuuf waliigaluu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.