Ityoophiyaafi Jibuutiin damee Gumruukaan waliin hojjechuuf waliigalan

Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Jibuutiin damee Gumruukaan tumsaan waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessuu ibsame.

Waliigaltichi kenniinsa tajaajila gumruukaa biyyoottanii si’eessuufi ammayyeessuuf akkasumas qindoominaan waliin hojjechuuf kan dandeessisu ta’uu eerameera.

Anga’oonni damichaa dhimmicharratti guyyoota sadiif yaada erga wljijjiiraniin booda waliigalteerra gahuu ragaan Jibuutiitti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment