Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa damee tuurizimiin waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Biyyoonni lameen damee tuurizimiin haala waliin hojjechuu danda’anirratti waliigaltee waliif mallatteessuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.