Finfinnee, Caamsaa 8, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimantii Ityoophiyaa Lalisee Nameen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Poorchugaal Luuwiisaa Faargoosoon waliin mari’ataniiru.
Haala hariiroo daldalaa fi Invastimantii biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Carraa Invastimantii Ityoophiyaan qabdu abbootii qabeenyaa Poorchugaaliif beeksiisuuf qaamoleen lamaan waloon hojjechuuf waliigaluu ragaan Komishinii Invastimantii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.