Ityoophiyaa fi Jaappaan suphaa daandii Finfinneef waliigaltee mallatteessan

Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Suphaa daandii Finfinneef kan oolu waliigalteen deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 86 mallatteeffame.

Waliigalticha ministirri Ministeera Maallaqaa FDRI obbo Ahimad Shiidee fi Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jaappaan Maatisunaagaa Daaysuukeen mallatteessaniiru.

Deeggarsichi daandii magaalaa Finfinnee fooyyessuuf kan ooludha.

Comments (0)
Add Comment