Ityoophiyaa fi Imireetoonni Araba Gamtoomanii damee Nageenyaan waliin hojjechuuf mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Itaamaajooriin Humna Waraanaa Waliigalaa Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan Imireetoota Araba Gamtoomaniitti Ministir Deetaa Ministeera Raayyaa Ittisaa Mohaammad Ahimad Al Boowaardiin waliin mari’ataniiru.
Haala nageenyaa fi tasgabbii Baha Afrikaa fi biyyoota galoo galaanaa ilaalchisee mari’achuu isaaniin EBCn gabaaseera.
Dhimmoota nageenyaarratti haala waloon hojjechuun danda’amuu fi hariiroo waloo haala cimsuun danda’amurratti mari’ataniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment