Ityoophiyaa fi Hindi waliigaltee garagaraa hariiroo biyyoota lamaanii cimsuu danda’u mallateessan

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) –Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Ministira Dhimma Alaa Hindi Subraahmaaniyaam Jaayshankaar waliin marii’atan.
Wayita marichaa hariiroo biyyoota lamaanii gara tumsa istiraateejikummatti guddisuu irratti marii’ataniiru.
Dabalataanis, waliigaltee garagaraa hariiroo biyyoota lamaanii cimsuu danda’u mallateessaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment