Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuun carraa Afrikaanootaa gara fuulduraa waliin dhaabbachuudha – Biillanee Siyyuum

Finfinnee, Sadaasa 12, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa cinaa dhaabbachuun carraa Afrikaanootaa gara fuulduraa waliin dhaabbachuu ta’uu Itti gaafatamtuun Seekreetariyaat Preesii Waajjira Muummee Ministiraa Biillanee Siyyuum ibsaniiru.

Humnoonni Alaa fedhii siyaasaa dhuunfaa isaanii raawwachiisuuf garee shororkeessaa ABUT deeggarsa meeshaalee waraanaa taasiisurra darbee saatalaayitiin ragaa laachafii jiraachuu turtii dhaabbata Teeleeviizhiinii ‘Afrikaan Niwuu Guruup’ jedhamu waliin taasiisaniin eeraniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment