Ityoophiyaa 3-3 Eertiriyaa

Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha Kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Ityoophiyaa Eertiriyaa gedduutti gaggeeffame 3 qixa xumurame.

Taphni baniinsaa garee biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii fi Gita isaa Eeritiriyaa waliin gaggeeffame 3 qixaan xumurameera. eegalameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment