Ityoophiyaa 1- 0 Ugaandaa

Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Tapha madaallii ga’umsaa har’a gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirotaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa 1fi O injifateera.

Goolii Bazzaabihi Mallayyoo daqiiqaa 93ffaarratti galcheen gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa injifatteera.

Gareen lamaan Dilbata dhufu tapha michummaa 2ffaa isaanii kan taphatan ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment