Ityoophiyaa 0 – Ruwaandaa 0

Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Tapha gulaalli Chaan Ityoophiyaa fi Ruwaandaa gidduutti Taanzaaniyaa Dareesalaamiitti gaggeeffameen 0 fi 0 qixa ba’aniiru.

Taphni jalqabaa gulaallii marsaa xumuraa Chaan garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa fi Ruwaandaa Istaadiyeemii Beenjaamiin Mikaappaatti gaggeeffameera.

Taphichaan gareen lameen galchii malee qixa ba’aniiru.

Taphni deebii guyyootaan booda Ruwaandaatti kan gaggeeffamu ta’uu sagantaan ba’e ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment