Ityoophiyaa 0 – 1 Taanzaaniyaa

Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaan injifatame.

Tapha har’a Zaanzibaaritti gaggeeffameen Gareen kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii goolii daqiiqaa 64ffaarratti keessummeesseen Taanzaaniyaan 1 fi 0n injifatamuu ragaan federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment