Ityoophiyaa 0 – 0 Sudaan Kibbaa

Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Taphi gulaallii Waancaa Chaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphate goolii malee qixa xumurameera.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa biyya tapha kubbaa miilaan seenaa gadi aanaa qabdu Sudaan Kibbaa injifachuu hin dandeenye.

Taphni deebii Adoolessa 24, 2014 kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Tapha kanarratti gareen biyyaalessaa biyyoota 18 kan hirmaatan ta’uu Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF ) ibseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment