Ityoo-Teelekoom neetiwoorkii dhaloota 5ffaa(5G) Adaamaatti jalqabsiisuuf

Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015 (FBC)– Ityoo-Teelekoom neetiwoorkii dhaloota 5ffaa(5G) Adaamaatti jalqabsiisuuf ta’uu beeksisse.

Ityoo-Teelekoom sagantaa teekinooloojii neetwoorkii kana baatii shaniin dura magaalaa finfinnee fi nannawaa isheetti hojirra oolcheera.

Tajaajilli neetwoorkii 5G Magaalaa Adaamaatti jalqabu magaalattii fi naannawa isheetti tajaajila geejjibaaf, oomisha albuudaaf, dhaabbilee barnoota kennaniif oola jedhameera.

Minalee Gabayyootu gabaase

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment