Ityoo Teelekoom 2014’tti galii Birrii biiliyoona 61.3 argate

Finfinnee, Adoolessa 21, 2014 (FBC) – Ityoo Teelekoom bara baajataa xumurame 2014’tti galii Birrii biiliyoona 61.3 argachuu beeksise.

Hoji Gaggeessituun Ityoo Teelekoom Firehiiwoot Taammiruu ibsa kennaniin, Ityoo Teelekoom bara baajataa xumurame Birrii biiliyoona 61.3 galii argachuu eeraniiru.

Maamiltoonni dhaabbatichaas miiliyoona 66 ga’uu himan.

Sababa walitti bu’iinsaan dhaabbilee Ityoo Teelekoom %45 tajaajila utuu hinkennin Birrii biiliyoona 61.3 galii walitti qabuu ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment