Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Odaa Bultumiif deeggarsa taasiise

Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Mana Barumsa sadarkaa 2ffaa Odaa Bultum meeshaalee barnootaa deeggare.

Ityoo Teeleekoom Dameen Bahaa Godina Harargee Lixaa, Aanaa Odaa Bultum Magaalaa Kaarra Qurquraa Mana Barumsaa Odaa Bultumiif Kompiyuutara 21 dabalatee meeshaalee garagaraa Birrii miiliyoona3 baasu arjoomeera.

Barattoota maatii harkaa qalleeyyii kuma 1 fi 500f dabtara kuma 5 fi 400 gumaachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii Godina Harargee Lixaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment