Ityoo – Teeleekoom bara baajataa 2016tti lakkoofsa maamiltootaa miiliyoona 78n ga’uuf karoorfate

Finfinnee, Adoolessa 20, 2015 (FBC) – Ityoo – Teeleekoom bara baajataa 2016tti lakkoofsa maamiltootaa miiliyoona 78n ga’uuf karoorfachuu beeksiseera.

Lakkoofsa maamiltoota Teelee Birriis miiliyoona 41.1tti ol gudisuuf ta’uu ibseera.

Dhabbatichi bu’uuraalee misoomaa babal’isun walgahiinsa isaa guddisuuf karoorfachuu himeera.

Ityoo- Teeleekoom tajaajiloota teeleekoom haaraa hojiirraa olchuun bara baajata 2016 ‘tti galii Birrii biiliyoona 90.5 walitti qabuuf karorfachuus eerera.

Tigist Birihaanee gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment