Itti Aantuu kantiibaa bakka argamanitti taaksiin Saragillaa tajaajjila eegale

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Itti Aantuu kantiibaa magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee bakka argamanitti dubartoonni qofti kan konkolaachisaan taaksiin Saragillaa tajaajjila eegaleera.
Aadde Adaanach tajaajjilli taksii Saragillaa hanqina geejjibaa magaalichaa hir’isuuf ni gargaraa jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment