Itti Aantuu Kantiibaa Adaanach Abeebee ogeessoota qulqullinaa fi hawaasa naannoo Jaan Meedaa waliin hojii qulqullinaa raawwatan

Finfinnee, Sadaasa 30, 2013 (FBC) – Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee ogeessoota qulqullinaa fi hawaasa naannoo Jaan Meedaa waliin hojii qulqullinaa raawwataniiru.
Daldaltoonni kuduraa fi muduraa Jaan Meedaa keessa jiran guyyaa muraasaa booddee gara bakka isaaniif qophaa’etti akka jijjiiraman aadde Adaanach himaniiru.
Shamattootaa fi oomishaa bakka tokkotti walqunamsiisuu kan danda’u bakka walbichisiisaa kuduraa fi muduraa kutaa magaalaa hundatti waliin geessisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment