Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Ittaantuun Preezdaantii Naannoo Hararii aadde Misiraa Abdallaa fi Afyaa’iin mana maree naannichaa obbo Sulxaan Abdusalaam Hospitaal Jagolitti argamuun Artist Abraahiim Adam gaafataniiru.
Aadde Misraan Artistii muuziqaa Oromoo fi Ityoophiyaaf gumaacha guddaa gumaache Abraahiim Adamiif fayyummaa gaarii hawwaniiru.
Mootummaan naannichaa Artistichaaf deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu ibsuu isaanii ragaan Biiroo kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.