Ittaanaa Ajajaa Kibbaa dabalatee hoggantoonni fi miseensonni garee shanee 138 to’ataman

Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godinaa Gujiitti Ittaanaa Ajajaa Kibbaa dabalatee hoggantootaa fi miseensonni garee shanee 138 booji’aman.

Garechi yaada burjaajessaa ummataafan hojjedha jedhu faalaa dararaa ummataa kan dheeressu humna shororkeessaa ta’aa dhufuun sadarkaa faca’uurra ga’uu booji’amtonni dubbataniiru.

Kanneen boojiaman keessaa Ittaanaan Ajajaa Kibbaa gareechaa Obbo Mahaammad Amee, waggoota muraasan dura filmaataa nageenyaa akka biyyatti diriirfame akka carraa gaariitti fayyadamuun gara biyyaa galuu fi hojiilee biyyaaf tumsan hojjechuun karooraa isaa turuu dubbata.

Ta’us, gareen shororkeessichaa faallaa kanaan ummataa rakkoof, nageenyaa dhabuu naannawichaaf saaxiluu adeemsa keessaa hubachuun, qabsocha addaan kutuuf dirqamuu ibseera jechuun EBC’n gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment