Itiyoophiyaatti Pirojektiin weerara ittisuu fi deebii kennuuf dandeessisu ifoome

Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti pirojektiin weerara ittisuu fi deebii kennuuf dandeessisu ifoomeera.

Sirnicharratti Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taddasaa, Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amantee fi Bakka Bu’oonni Dhaabbata Fayyaa Addunyaa argamaniiru.

Pirojektichi waggoottan sadii keessatti naannoolee garaagaraatti hojiiraa kan olfamu ta’uu ragaan Ministeera Fayyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment