Finfinnee, Caamsaa 27, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa 200 Omaan irraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.
Lammiilee deebitootaaf deegarsaa taasisuun hojiin maatii isaaniin walquunnamsiisuu hojjetamaa jiraachuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.
Ebla 29, 2016 eegalee Itiyoophiyaanonni kuma 1fi 579 Omaan irraa gara itiyoophiyaatti deebi’uun ibsameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii https://www.facebook.com/afaanoromoofana
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.