Itiyoophiyaan yaa’ii waliigalaa 79ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanirratti hirmaachaa jirti

Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan yaa’ii waliigalaa 79ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Niiwyoorkitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.

Jilli Itiyoophiyaa Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu yaa’icharratti hirmaachaa jiraachuun ibsameera.

Yaa’icharratti Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaa, Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaa fi Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment