Itiyoophiyaan Yaa’ii 27ffaa Invastimantii Idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti

Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Hindii Niwudelhiitti gaggeeffamaa kan jiru Yaa’ii 27ffaa Invastimantii idil Addunyaarratti hirmaachaa jirti.

Komishinarri Ittaana Koomishinii Invastimanti Itiyoophiyaa Tamasgeen Xilaahuun Itiyoophiyaa bakka bu’uun hirmaachaa kan jiran yoo ta’u, yaa’icharratti carraalee fi filmaatawwan damee hedduu invastimantii jiran beeksisaniiru.

Keessumaa ejensiiwwan beeksisa invastimantii Idil Addunyaa waliinis mari’achuu ragaan komishinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment