Itiyoophiyaan Walga’ii Ministiroota Dhimma Alaa Miseensota BRICS irratti hirmaachaa jirti

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Raashiyaatti gaggeeffamaa kan jiru walga’ii Ministiroota Dhimma Alaa biyyoota Miseensota BRICS diinagdeen guddachaa jiraniirratti hirmaachaa jirti.

Waltajjii marichaan Itiyoophiyaa bakka bu’uun Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaasee fi qondaaltonni biroon hirmaataniiru.

Walga’ichi, biyyoonni miseensaa dhaabbatichaa haaraan shan erga itti makamanii kan jalqabaa ta’uun ibsameera.

Waltajjicharrattis Turkiin dabalatee biyyoonni 15 afeeramuu BRICS gama miidiyaa hawaasummaa isaan ibseera

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment