Itiyoophiyaan tapha gulaallii Waancaa Chaaniif Ertiraa waliin taphatti

Finfinnee, Onkololeessa 13, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan tapha gulaallii Waancaa biyyoota Afrikaaf Ertiraa waliin taphatti.

Itiyoophiyaan tapha gulaallii dhaqaa gala Sudaan Kibbaa Magaalaa Juubaatti Ertiraa waliin kan taphattu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Taphni jalqabaa Onkololeessa 21, 2017 biyyoota lamaan gidduutti kan taphatamu yoo ta’u, taphni deebii ammoo Onkololeessa 24, 2017 taphatama jedhame.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment