Itiyoophiyaan sagantaa Ashaaraa magariisaan sona qonnaa mirkaneessuu qofa osoo hin taane misooma qonna Bosonaa guddisaa jirti – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Bunni waggaa 3 dura sagantaa Ashaaraa Magariisaan dhaabbate firii buusaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Itiyoophiyaan sagantaa Ashaaraa magariisaan sona qonnaa mirkaneessuu qofa osoo hin taane misooma qonna Bosonaa guddisaa jiraachuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment