Itiyoophiyaan Kaartumitti haleellaa Mana jireenyaa Ambaasaaddara GEA’rra ga’ee balaaleffatte

Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Itiyoophiyaan Kaartumitti haleellaa Mana jireenyaa Ambaasaaddara Gamta Emereetota Arabarraa ga’ee balaaleffatte.

Itiyoophiyaan qaamoleen Sudaan hundii dambiiwwan dippilomaasii Idil Addunyaa akka kabajanii fi gochaalee hojjettoota dippilomaasii fi dhaabbilee balaarra buusanirraa of qoqqoban waamicha dhiyeessuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment