Finfinnee, Fulbaana 10, 2016 (FBC) –Itiyoophiyaan Hambaalee hin sochoone 11 Galmee Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniirratti galmeessuun Afrikaarraa kan duraa taateerti.
Yaa’ii 45ffaaHambaalee Addunyaa gaggeeffamerratti Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee fi haalli teessuma lafa Geede’aa Galmee Yuuniskoirratti galmaa’uu hordoofee Itiyoophiyaan Afrikaarraa biyya jalqabaa taateerti.
Itiyoophiyaan yeroo ammaa hambaalee hin sochoone 11 UNESCOirratti galmeessuu dandeesseerti.
Afrikaan Kibbaa10, Tuuniziyaa fi Moorokoon walqixa sagal sagal galmeessuun Itiyoophiyaatti aanu.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.